Would you consider nominating someone for an Order of Australia? - Nama tokko Kabajaa Beekamtii Australia (Order of Australia) akka tahu kaadhimuuf yaaddeettaa? Podcast Por  arte de portada

Would you consider nominating someone for an Order of Australia? - Nama tokko Kabajaa Beekamtii Australia (Order of Australia) akka tahu kaadhimuuf yaaddeettaa?

Would you consider nominating someone for an Order of Australia? - Nama tokko Kabajaa Beekamtii Australia (Order of Australia) akka tahu kaadhimuuf yaaddeettaa?

Escúchala gratis

Ver detalles del espectáculo

Acerca de esta escucha

Do you know someone who makes an extraordinary impact in the community? It could be a person from any background or field of endeavour. You can help celebrate their achievements by nominating them for an Order of Australia. The more we recognise extraordinary members within our communities, the more Australia’s true diversity is reflected in the Australian honours list. - Hawaasa kee keessatti namni ati beektu, hojii dansa hawaasaa isaaf hojjete ni beektaa? Nama kamuu iyyuu ykn gosa hojii kami irraa iyyuu tahuu dandaá. Itti baha hojii isaanii kabajuufiif ittis gammaduuf nama sana Kabajaa Beekamtii Australia akka tahuuf kaadhimuu dandeessa. Akkasumas hawaasa keenya keessatti miseensota adda ta’an adda baasuu fi beekamtii haguma kenninu, tarreen kabajaa Australia aada-danummaa dhugaa Australia calaqqisiisa.
Todavía no hay opiniones